À propos de Barnoota Hawaasaa Kutaa 8ffaa
App kana keessatti kan kitaaba hawaasaa keessatti barataan hundaa waan de keessa qabuuf kitaaba keessan bilbilaa keessan keessatti kan fayyadamtanniidha. Kunis immoo yeroo hundaa kitaaban irraanfadhe, kitaaba na jala bade jechuun kan yaadoftaan hin qabdan. Hunduu keessan bilbilaa keessan irratti tola wan gargaramtanniif.
Isiniis app kana namoota biroof illee qooduun akka namni itti fayyadamuu taasisa. App'n kutaan boqonnaa kitaabni qabuu hundaa bifa salphaa ta'een qindeessuun waan dhiyaatef namni illee itti fayyadamuuf baay'ee ni salphata.
Mata-dureen gurguddoo app kanafi kitaaba keessatti ol kaa'amannis akka armaan gadiitti.
Amaloota uummamalafaa
Uummataa fi sochiilee hawaas–dinagdee
Qabeenya uummammafi guddina hawaas-diinagdee
Seenaa addunyaa ammayyaafi bara jalqabbii isaa
Seenaa afrikaa bara 1500mootaa eegalee jiru
Seenaa itoophiyaa bara ammayyaa
Dhimmoota ijoo addunyaa xiyyeeffannoo barbaadan
Si vous avez des suggestions, s'il vous plaît faites-le moi savoir.

Lire plus